OMN: Dalagaa (Ad. Tireezaa Amme, K. 2ffaa) Gurraandhala 3, 2015

85

Adde Tireezaa Ammee kutaa biyyaa Minisootaa, Ameerikaa keessatti dhaabbata tajaajila kunuunsa fayyaa maanguddootaaf kennu tokko banuudhaan namoota 300 ta’aniif carraa hojii uman. Qophiin kun haala sochii hojii isaanii irratti marii godhame kutaa isa xumuuraati.

Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.