OMN: Qophii Dalagaa (Ad. Tireezaa Amme) Amajjii 27, 2015

179

Adde Tireezaa Ammee kutaa biyyaa Minisootaa, Ameerikaa keessatti dhaabbata tajaajila kunuunsa fayyaa maanguddootaaf kennu tokko banuudhaan namoota 300 ta’aniif carraa hojii uman. Qophiin kun haala sochii hojii isaanii irratti marii godhame kutaa isa jalqabaati.

Comments are closed.