OMN: Faana Baqataa (Abdulmajiid fi Ramadaan, K 2ffaa) Amajjii 15, 2015

154

Qophii Faana Baqataa kan har’aa keessatti Oromiyaa irraa ka’anii karaa Keeniyaa, Taanzaaniyaa, Zaambiyaa, Zimbaabuwee fi gara Afrikaa Kibbaatti, achumaan gara Biraaziilitti cehanii Mekisikoodhaan gara biyya Ameerikaatti kan baqatan Ramadaan Adam fi Abdulmajiid Afandii seenaa jiruu baqaa isaanii kan nuuf seenessan kessaa kutaa isa lammaffaati. 

Comments are closed.