OMN: Faana Baqataa (Abdulmajiid fi Ramadaan) Amajjii 8, 2014

61

Qophii Faana Baqataa kan har’aa keessatti Oromiyaa irraa ka’anii karaa Keeniyaa, Taanzaaniyaa, Zaambiyaa, Zimbaabuwee fi gara Afrikaa Kibbaatti, achumaan gara Biraaziilitti cehanii Mekisikoodhaan gara biyya Ameerikaatti kan baqatan Ramadaan Adam fi Abdulmajiid Afandii seenaa jiruu baqaa isaanii nuuf seenessu.

Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.