OMN: Qophii Xiinxalaa Sadaasa 21, 2014

157

Qophiin xiinxalaa har’aa Finfinnee keessatti gudeeddii shamarree Haannaa Laleengoo irratti raawwatamee fi tibba kana sabaa himaaleen hawaasaa (#JusticeforHannah) duula gochaa jiran irratti falmituu mirga namoomaa Najaat Hamzaa wajjin marii taasifame irratti xiyyeeffata.

Comments are closed.