OMN: Qophii Addaa (Prof. Abbaas Haajii) Hagayya 28, 2014

296

Hayyuu seenaa kan ta’an Pirofeesar Abbaas Haajii Ganamoo waraqaa qorannoo seenaa qabsoo oromoo ilaalchisee  guyyaa Qabsoo Diddaa Gabrummaa Oromoo Aanolee hanga Saworaa tibbana biyya Ameerikaa Minisootaatti kabajame irratti dhiyeessan keessaa kutaa isa duraati.

Comments are closed.