OMN: Oduu fi Yaada Ummataa Adoolessa 27, 2014

1

Mataduree:

– Lagaxaafootti jeequmsa umameen namoonni sadi rasaasaa poolisiin

dhukaaseen miidhaman jedhame.

– Warra Ambo irraa hidhamanii Ma’ikalaawiitti dabarfaman diddaa ummataatiin

gara Ambootti deebifaman jedhame.

– Dhaabbileen mirgoota namaatiif falman 42 waltahanii mootummaan

Itoophiyaa biloogeessitootaa fi gaazexeessitoota hidhe akka hiiku gaafatan.

 

Comments are closed, but trackbacks and pingbacks are open.