OMN: Oduu Adoolessa 24, 2014

122

Mataduree Oduu:

–  APUn kennaa dokitarummaa kabajaa  H/Maariyaam Dassaalanyiif  qopheesse

dhorkate.

– Mormiin nyaata lagachuu hawaasa Oromoo magaalaa Di Si ittifufee jira.

– Madrak mootummaan Itoophiyaa ummata biyyattii goolaa jira jedhe.

– Xiyyaarri Aljeeria imaaltoota 116 wajjin Maalii keessatti kufuu hin olle.

– Ministirri Muummee Yukireen fedha isaaniitiin aangoo irraa bu’an.

Comments are closed.