OMN: Oduu Adoolessa 18, 2014

107

Mataduree Oduu:

– Poolisiin Itoophiyaa hawaasa musliimaa tumaa fi hidhaa oleera.

– Maastar pilaaniin Finfinnee ammas gaaffii hawaasaa akkuma ta’etti itifufee jira.

– Hawaasni Oromoo Washingitan DC mormii nyaata lagachuu taasisuuf.

– ABO fi Ginboot 7 biloogaroota Zoon 9 wajjin qunnamtii akka hin qabne himan.

Comments are closed.